header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Konfiransii guddaa Magaalaa Mattuutti geggeeffamuuf qophiin xumurame

Godina iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuutti Konfiransiin Islaamaa guddaan Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa, Ustaazonni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa affeeraman irratti hirmaatan, Bittoteessa 1/2011 guyyaa Alhada ganama irraa kaasee kan geggeeffamu yoo ta’u, Konfiransii kanaaf qophiin barbaachisu hundi xumuramuu gabaafame.

Kaayyoon Konfiransii kanaa Kolleejjii Islaamaa Iluu Abbaa Boor ijaarsisuuf galii walitti qabuuf yoo ta’u, hawaasani muslimaa sagantaa guddaa kana irratti argamuun dirqama isaa akka bahu waamichi dabre.

Ulamaa’otaa fi Keessummoota Sagantaa kana irratti affeeraman jidduu:

1. Dr Jeylaan Khadiir
2. Dr Kamaal Galatuu
3. Sheikh Sulxaan Haaj Amaan
4. Ustaaz Abubakar Ahmad
5. Ustaaz Ahmaddiin Jabal
6. Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa
7. Ustaaz Kaamil Shamsuu
8. Ustaaz Injinar Badruu Huseen
7. Ustaaz Haydar Khadiir
8. Ustaaz Bahruu Umar
9. Ustaaz Yaasin Nuuruu
10. Ustaaz Saadiq Ahmad
11. Ustaaz Sa’id Alii fi keessummoonni biroo heddu keessatti argamu.

Guyyaan sagantaa Bitteotessa 1-2011
Sa’aa: ganama 2:30 irraa kaase.
Iddoo Istaadiyoomii magaalaa Mattuu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button