header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Kongirasiin Ameerikaa Adeemsa Doonald Traamp aangoo irraa buusuu sagalee Caalmaan dabarse

Manni marii kongirasii Ameerikaa adeemsa Prezdaant Traamp aangoo irraa buusuu irratti arba’aa har’aa sagalee keenne, haaluma kanaan miseensoonni mana marichaa 230 adeemsa Prezidantiicha aangoo irraa buusuu deggaruun kan sagalee keennaan yoo tahu, miseensoonni 197 immoo mormuu Odeeyfannoon ni addeessa.

Haaluma kanaan Prezidaant Traamp sadarkaa Kongirasii mana marii Ameerikaatti aangoo irraa akka kaafamu murtaawe jira , Hata’uu malee sadarkaa Seeneetii Ameerikaatti immoo deeggartootni isaa mana marichaa keessatti sagalee caalmaa waan qabaniif, himannaan isa aangoo irraa kaasuuf dhiyaate kun dabru dhabuu danda’a.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button