header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Saayinsiif Teknoolojii

Kophee ofiin of hidhu

Self-Lacing Shoes

Kaampaaniin Naayik (NIKE) kophee ofumaa of hidhu hojjate. Kopheen kun chaarjii elektriikiitiin dalaga. eega miila keessa kaayanii booda yoo harkaan tuqan ni hidhama. wayta baafatuu fedhanis bakkuma san harkaan dhiiban. taa’anii haada kophee harkisaa ooluun hin jiru. teknoolojiin kun bara 2016 hojii irra oolus, gatiin isaa hedduu qaalii waan taheef namni hedduus hin fayyadamu. kopheen kun $1,000 olitti gurgurama.

10 Comments

  1. Kophee kana uffatuun Musliimaaf ni heyyamamaa? wantootniTeknoloojiin wal qabatan kun kanneen miidhaa geessan ta’uu mala! Galatoomaa

  2. السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button