header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Koreen dhimma hawaasa Muslimaa akka qoratu hundeeffame haala yeroo irratti ibsa kenne

Koreen Miseensota 9 qabu kun guyyaa har’aa Magaalaa Finfinnee Galama Bilal Al Habash kessatti ibsa miidiyaaleef kenneen, jeequmsa dhiheenya kana iddoo adda addaatti mul’ataa jiru balaleffatee jira. Koreen kun ibsa isaa kanaan keessumaayyu torbee darbe naannoo Amaaraa godina Walloo magaalaa Kombolchaa masjiida keessatti gochi uumame ilaalchisee gaddi hamaan kan itti dhagahame tahuu beeksise.

 

Dabalataanis hawaasni muslimaa masjiidota isaa tiksuun tokkummaa isaa akka jabeeffatuu fi Iida dhufu kana gamtaadhaan iddoo tokkotti akka salaatu kareen dhaamsa dabarsee jira.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button