header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Lakkoofsi Namoota Dhukkuba Vaayirasii Koronaan qabamanii 90,000 gahuu gabaafame

March 2,2020

Dhibeen kun hanga ammatti biyyoota 60 ol keessatti kan argame yoo tahu, haga guyyaa har’aa march 2,2020 lubbuu nama 3,069 ol dabaree jira, namoota lubbuun dabre jidduu 90% Chaayinaa keessatti argamu.

Biyyoota dhibeen kun keessaatti argame jidduu murassa

Chaayinaatti lakkoofsi nama qabame 80,226, kan du’e immoo 2,954
Kooriyaa Kibbaatti kan  qabaman 4,934, kan du’e 31
Xaliyaan namni qabame 1,707 kan du’an 41
Iraan kan qabaman 2,024 kan du’an 78
Jaappaan kan qabaman 292 kan du’an 6
Jarman kan qabaman 170 kan du’e 0
Faransaayii kan qabame 130 kan du’e 2
Ispeen kan qabame 156 kan du’e 0
Singaapoor kan qabame 110 kan du’e 0
Hong Koong kan qabame 100 kan du’e 2
USA kan qabame 101 kan du’e 3
Kuweyti kan qabame 66 kan du’e 0
Bahreeyni kan qabame 41 kan du’e 0
Taayilaand kan qabame 44 kan du’e 1
Taayiwaan Kan qabame 42 kan du’e 1
Biritaaniyaa kan qabame 44 kan du’e 0
Awustiraaliyaa kan qabame 37 kan du’e 1
Maaleezyiyaa kan qabame 29 kan du’e 0
Kanaadaa kan qabame 24 kan du’e 0
Iraaq kan qabame 23 kan du’e 0
UAE kan qabame 21 kan du’e 0
Norweey kan qabame 10 kan du’e 0
Nezerland kan qabame 26 kan du’e 0
Awuustiriyaa kan qabame 18 kan du’e 0
Veetinaam kan qabame 16 kan du’e 0
Siwiidiin kan qabame 14 kan du’e 0
Lubnaan kan qabame 16 kan du’e 0
Macao kan qabame 10 kan du’e 0
Israa’el kan qabame 10 kan du’e 0
San Marino kan qabame 8 kan du’e 1
Beeljiyeem kan qabame 14 kan du’e 0
Kirooshiyaa kan qabame 9 kan du’e 0
Giriiki kan qabame 7 kan du’e 0
Iku’aadoor kan qabame 6 kan du’e 0
Aljeeriyaa 3 kan qabame kan du’e 0
Masri 2 kan qabame kan du’e 0

Guyyaa Har’aa March 2,2020 lakkoofsi namoota du’aanii 60 yoo tahu, sun keessaa namoonni 42 Chaayinaa irraa tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Iraaniitti lakkoofsi namoota guyyaa har’aa qabamanii 523 tahuu fi namoonni 12 Immoo du’uu Itti aanaan Ministeera fayyaa biyyatti beeksise.

Walumaagalatti guutuu Addunyaatti namoonni qabaman 90,000 oli Kan du’aan 3,000 oli.

#Vayiraasii_Koronaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button