
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Lakkoofsi Namoota Naannoo Oromiyaatti ajjeefamanii 100 ol tahuu ibsame
Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad Guyyaa har’aa marii haala yeroo irratti qondaaltota mootummaa waliin kan taasise tahuu gabaafame.
Marii kana irratti Abiy, Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa hordofuun walitti bu’insa mudateen yoo diqqaate namoonni 100 ajjeefamuu fi yakka raawwatames “yaalii qindaawaadha” jechuu isaa AFP’n gabaase.
Mummichi Ministeeraa qaama badii kana raawwate ifatti baasee hin ibsine. Haa ta’u malee qaamolee jeequmsa kana qindeessan irratti tarkaanfiin ni fudhatama jechuun dhaadate.
Hiriira mormii yeroo ammaa Oromiyaatti taasifamaa jiruun Ajjeechaa, hidhaafi dararamni jiraattota irra gahaa jiraachuu odeeyfannoon ni addeessa.
rabbiin nuraa sii haa kaasu namichaa fiiraonaa zammana kaana ‼️🤮🤮
Dr abiyi biyyaa Ethiopia bulichu miti hadhaa wara lamaa osoo qabate bulichu danidahu. 😥😥
123456789
Rabbiin Adunyaa tana irraa isa kasuu gahee
Rabbiin isaa kasuu nurraa Inashaallah Amrii Rabbittin
Asalaa maleykumii waramatulahii wabarakatuh
Mee rabbii nufii kadhaa akaa rabbii biyaa keynaa nagahaa nuu godhuu
Rabin hatollch hundu harka sajira
As wr wb Akkamjirtan Rabbin isinHaagargaaruu Meraabbin Nufkadhaa Balaabiyyakenyarrajirukanaa Akkarabbini NamaOfiifilateqofaa Nufihaakennuu Motummaadhugaa Kanqu,aanaanMurtessuufi HadiisaRasulaatinmurtessuu Sallallaahu Alayihi Wosallaam
yarraabbii nama kana juhar mahamed hiku male hin dhisin badasani hamaratu jedha abiyi marate alam gutun ha Argusa qullaasa hademu
yarabi nama oromo bilisa nubasi nama muslliima bilissa basi nama abiyi jedhamukana rabiin hamarachu