header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
BreakingOdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Lakkoofsi ummataa fi Manneenii Bittoteessa 29 ni jalqabama jedhamee ture yeroo birootti kan dabarfame tahuu gabaafame.

Sababa hanqina nageenyaa fi tasgabbii eeruudhaan gaaffii naannoleen muraasni dhiheessan irratti hundaayuun mootummaan komishiinichi qophii jalqabe akka addaan kutu kan ajaje tahuu gaazexaan Reporter gabaase.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button