header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

 Lammiileen Ityoophiyaa 400 Sa’uudii irraa gara biyyatti deebifaman

Lammiileen Ityophiyaa 400 Arba’aa har’aa gara biyyattii deebifaman kunniin, namoota karaa seeraan alaatiin gara Sa’uudii seenuuf osoo yaalan qabamanii manneen hidhaa biyyattii keessa turan tahuu gabaafame.

 

Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa akka ibsetti, lammiileen kunniin walii galtee mootummaa Sa’uudii waliin godhameen hidhaa irraa gadi lakkifamanii gara biyyattii kan deebifaman akka taheefi, namoota har’a gara biyyaatti deebifaman dabalatee baatiiwwan sadan darban keessa qofa lammiileen Ityoophiyaa 32,890 gara biyyaa deebifamanii jiru.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button