header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Liyyuu poolisiin naannoo Somalee ummata nagayaa irratti boombii darbe.

Liyyuu poolisiin naannoo Somalee ganama har’aa magaalaa Mooyyaalee keessatti ummata nagayaa irratti bombii darbachuun miidhaan guddaan kan dhaqqabe tahuu waajjirri Kominikeeshiinii Aanaa Mooyyaalee gabaase. Sababa kanaan hanga ammaatti namoonni 2 ajjeefamuu fi namoonni 40 ol kan madaayan tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button