header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AwrooppaaOdeeyfannoo

Londonitti Mu’azzinni Masjidaa ableen dirame 

Biyya Biriteen magaalaa Landanitti shoorarkeessaan olaantumaa ummata adii leellisu Masjida naannawa Park Land tti argamu seenuun, Mu’azzina Masjidaa ableen diruun aggaammii ajjeechaa raawwate.

Shoorarkeessaan kun, yeroo Mu’azzinni Salaata Asriitif Azaana godhaa turetti aggaammii ajjeechaa kana raawwate. Mu’azzinni miidhamee mana Haakimaa geeffamuus BBC’n gabaase.

Shoorarkeessaan kun qabamee to’annaa jala oolfamuus odeeyfannoon ni addeessa.

Masjida London

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button