header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo Biyyaa

Madrasaan Arridwaan Marsaa 5ffaaf Barattoota 36 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise

Madrasaan Arridwaan kan magaalaa Assandaabootti argamu guyyaa harraa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture 36, Marsaa 5ffaaf Eebbisiisuu gabaafame.


Madrasaan kun bara 1999 kan jalqabe yoo ta’u, marsaa duraa bara 2001tti haafizoota 18, Marsaa 2ffaatti 22, Marsaa 3ffaatti 23, marsaa 4ffaatti 31, kan baranaa waliin walumaagalatti huuffaazoota 130 eebbisiisuu odeeyfannoon ni addeessa .

6 Comments

  1. mashaa allah mashaa allah mashaa allah mashaa allah Tabarakaallah jzk
    Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button