header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Madrasaan Ibnul Qayyim kan magaalaa Shaashamanneetti argamu barattoota isaa eebbisiise.

Barattoonni Madrasaa Ibnul Qayyimitti Aalima guddaa Sheekh Alii Buttaa irratti yeroo dheeraaf barataa turan eebbifamaniiru. Sagantaa eebbaa fi cufiinsa madrasaa kana irratti Ustaaz Kaamil Shamsuu fi Ustaaz Muhammad Faraj argamuun muhaadara kan godhan tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button