header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Majliisni Nuurul-Iimaan Baratoota Ebbisiise

Majliisni Nuurul-Iimaan kan Godina Harargee Lixaa aanaa Xuullootti magaalaa Hirnatti argamu guyyaa hardha Sagantaa Eebba Baratootaa geggeesse. sagantaa sagantaa kana irratti Ulama’onni fi munashidoonni fi keessumonni nannoo akka Magalaa Dobbaa ,Ciroo Dirree-Dawaa kkf heddun argaman, Munashidoota kessaa shehk Abdoosh Aliyyi ,shehkMikaa’l Huseen,shehk Abdallaah Ahmad fi Ulama’oota kessa Shehk Usmaan Durrii H/bahaa Dirree Xayyaraa Irra shehk Aliyyi Musa A/Dobba M/Bashaqii(mishigii)irraa argamun qooda fudhataniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button