Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Majliisni Qaraatii Sheikh Aadam Tuulaa Barattoota 2233 eebbisiise

Majliisni qaraatii Aaliima biyya keenyaa guddaa Sheikh Aadam Tuulaa, guyyaa kaleessa magaalaa Harar galma Calanqootti Barattoota waggaa 3 hanga 6tti barsiisaa ture ebbisiisee jira. Barattoonni eebbifaman kunniin dubartoota 1861 fi dhiiraa 372 walumaa galaatti barattoota 2233 tahuun beekamee jira.

Advertisements
Tags
Show More

...

Back to top button
Close
Close