
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Makinaan Darasoota fe’attee imaluu ture gargaluun lubbuun nama 5 dabre
Makinaan Isuzu’n barattoota diinii (Darasoota) lakkoofsaan 20 ta’an fe’attee godina Arsii lixaa Saaguree irraa bahe gara Kofalee deemaa ture, guyyaa kaleessaa march 3,2021 naannawa magaalaa dodolaatti riqicha irraa gara galuun battalumatti barattoota diinii afuriifi dargaggoo tokko kan isaan waliin ture walumaagalatti lubbuun nama 5 dabruu gabafame.
Akkasumas namoota kaan irra ammoo miidhaa cimaaf salphaa dhaqqabee, hospitaalatti kan yaalamaa jiran tahuun beekkame.
Barattoonni kun sagantaa dhukkubsaachuu Aalima guddaa Sheikh Zubeeyri hordofuun, deeggarsa walitti qabuuf magaalaa Saagureetti qophaa’e irratti hirmaatanii kan deebi’aa turan ta’uu odeeyfannoon ni addeessa.
Mm0690862
Madina Gishaa
Asalamalekum woramatulaa wobarakatuu
Rabin isanii haa araramuu kaa bayanii ranii nuu haa tisuu lubbu isanii
Inan Ilaha Waina Ilayi Raji, un Rabbin Olla Nabii Muhammad Isan Haa Qubsisu inshaa Allah
أن إلا الله وإنا إليه راجعون اللهم صبر أهل 😭
Rabbiin jennatal firdosin hagamachisuu inshaallah ☝️
inaa nillaahi wa’iina rajiihun yaa Raabii kiyyaa jenaata keettin baadhassiikaa atii 🤲🤲🤲😭😭😭
Raabbii jaanatin haa gaamachisi Raabbii baala taasii naama haa qabuu
innaanillaahi wainnaa ileeyhi raaji,uun
0121480954
innalillh wainaillh raajiuna
rabbi lubbu jeraa jennataan haa qanaansiisu
darasoosa keenya kan opsitaala jiraan rabbi itti nuuf haa araaramu yaa Allaah
انا لله وانا اليه راجعون