header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Malikni Bahreeyn, biyyi isaa wal-gahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti kan hin hirmaanne tahuu ibse.

Malikni  Bahreeyn Hamad Bin Iisaa al Khaiiifaa walgahii mana maree ministeerotaa guyyaa kaleessaa masara Qudeybiyaa keessatti geggeeffame irratti :
” Qatar hanga ijjannoo isii sirreessitutti, Bahreeyn walgahii Qatar irratti argamtu kamiyyuu irratti hin hirmaattu” jechuu dhaabbanni odeeyfannoo biyyaatti gabaase.

Biyyoonni galoo galaana Arabiyaa, Biyya oollaa isaaanii irratti qoqqobbii kahuun ni yaadatam. Eegaa qoqqobbini Qatar irra kaahamee as immoo ijjannoon Malika Bahreeyn kun kan jalqabaa fi kan addaa tahuus gabaafameera.
Biyyoonni galoo galaana Arabiyaa Sa’udiin durfaman, Qatar hanga Ijjannoo isiii jijjiirtutti, qoqqobbii biraa kan irra kaahan tahuu ibsan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button