header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Manni Maree bakka bu’oota ummataa murtee manni Maree ministeerotaa labsiin yeroo muuddamaa akka kaafamu dhiyeessee raggaasise.

Sabtii darbe manni maree ministeerotaa labsiin yeroo muddamaa akka kaafamu murteessuun ni yaadatama, kanuma irratti hundaa’uun manni Maree bakka bu’oota ummataa sagalee caalmaan kan raggaasise tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button