
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Manni Marii ADWUI walitti makamuu dhaabbilee isaa raggaasise
Murtii torban dabre waliitti makamuu dhaabbilee ADWUI irratti, Koreen hojii raawwachistuu dhaabbatichaa sagalee caalmaan dabarse raggaasisuuf, manni marii addichaa guyyaa har’aa marii kan geggeesse yoo tahu, Haaluma kanaan manni marichaa adeemsa waliitti makamuu Paartilee Addichaa raggaasisuu gabaafame.
Walgahii har’aa kana irratti paartiin naannoo Tigraayi bulchuu jiru TPLF kan hin argamin tahu odeeyfannoon ni addeessa.
0953317432
tiger malif hin argamne
tiger malif hin argamne
317432