header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Manni Marii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee haga filannoon geggeeffamutti injinar Taakkala Umaa aangoo hoggansa magaalaa akka itti fufu murteesse

Injinar Taakkala Umaa I/A Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee tahuun waggaa dabre kan muudame yoo tahu, Manni Marii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yeroo hoggansaa waggaa tokkoo kenneefii ture dheeressuun, haga filannoon waggaa dhufu geggeeffamutti akka itti fufu Walgahii hardha geggeesseen kan murteesse tahuu odeeyfannoo ni addeessa.

 

 

8 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button