Categories: Awrooppaa Odeeyfannoo

Manni Murtii Gamtaa Awrooppaa Hamaas galmee dhaabbata Shororkeessitootaa keessaa akka haqamu murteesse

Advertisements

Manni Murtii Gamtaa Awrooppaa dhaddacha Jum’aa dabre Luxemburg keessatti ooleen,  garee bilisummaa Falasxiinii falmaa jiru,  Hamaas galmee shororkeessitootaa keessaa akka haqamu kan murteesse yoo tahu, Hamaas murtii kana gammachuun kan simate tahuu ibse. Dubbi himaan Hamaas Qaasim Haziim murtii kana “murtii sirri fi haqa qabeessa” jechuun ibse.

Mr Haziim ibsa isaa kanaan “Weerara Israa’el falmachuun akka seera addunyaattis seera qabeessa, Hamaas dabalatee dhaabbata Falasxiin kamiyyuu shororkeessummaan farrajjuun ammoo haqa dabsuu qofa osoo hin tahin, qabsoo karaa seeraatiin ummanni Falasxiin Israa’el irratti godhu kan miidhu ” jedhe.

Gareen Hamaas ibsa isaa kanaan, murtiin kun bu’a qabeessa akka ta’u, hoggantoonni siyaasaa Gamtaa Awrooppaa raawwii murtii kanaa yeroo gabaabaa keessatti ni jalqaban,  abdii jedhu kan qabu tahuu beeksise.

Recent Posts

  • Awrooppaa
  • Odeeyfannoo

Humni galaana Turkiyaa doonii dhaabbata qorannoo Israa’el Galaana Medtiraaniyaan keessaa baase

Dooniin dhaabbata boba’aa Israa’el tun, gara daangaa Cyprus seenuun galaana Meditraaniyaan keessatti hojii qorannoo barbaacha boba’aa irra kan turte yoo…

10 hours ago
  • Afrikaa
  • Odeeyfannoo

Prezdaantii Suudaan kan duraanii Umar Al-Bashiir irratti hidhaan waggaa lamaa murtaahe

Prezdaant Umar Hasan Al-Bashiir April dabre aangoo irraa eega fonqolchamee booda, malaamaltummaa fi seeraan ala maallaqa biyyoota biroo dhuunfachuun himatame…

1 day ago
  • Awrooppaa
  • Odeeyfannoo

Filannoo guyyaa kaleessaa Briteenitti geggeeffameen Paartiin Conservative injifate

Filannoo miseensota paarlaamaa ariifachiisaa kaleessa gaggeeffame kanaan, paartiin muummicha ministeeraa Boris Johnson kan biyyattii bulchaa jiru, teessoowwan 360 argachuun sagalee…

2 days ago
  • Afrikaa
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Lammileen Itoophiyaa Suudaan jiran “dararamaa jirra” jedhan

Lammileen Itoophiyaa biyya Suudaan magaalaa Kaartuum jiraatan sababa waraqaa jireenyaatiin walqabatee waraana biyyattiin qabamanii manneen hidhaatti kan darbatamaa jiran tahuu…

3 days ago
  • Afrikaa
  • Odeeyfannoo

Haleellaa buufata loltootaa Niijeer irratti raawwatameen loltoonni 71 ajjeefaman

Haleellaa buufata loltootaa lixa Niijeer irratti raawwatameen loltoonni mootummaa 71 ajjeeffamuu, 12 immoo madaa'uu fi akkasumas loltoota hedduu achi buuteen…

3 days ago
  • Awrooppaa
  • Odeeyfannoo

Lammiileen Briteen mana maree biyyattii keessatti bakka bu’oota isaanii filachuuf sagalee kennaa jiran

Ummatni Briteen bara 2016 Gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf rifarandamiin eega murteessee booda, mootummaan biyyattii adeemsa gamticha keessaa bahuu irratti walii…

3 days ago