header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Manni Murtii Masrii Prezdaant Muhammad Mursii galmee Shororkeessummaa irraa haqe

Manni murtti Oliyyannoo kun Arba’aa hardhaa prezdaantii duraanii Dr Muhammad Mursii dabalatee namoota 1,538 galmee shororkeessummaa irraa kan haqe tahuun beekameera. Himatamtoonni kunniin kanaan dura maqaan isaanii galmee shororkeessummaa keessaa akka haqamuuf, oliyyannoo dhiheefatanii kan turan tahuu gabaasni Anaadooluu Niiwus irraa arganne ni mul’isa.

 

Namoota maqaan isaanii galmee kana keessaa haqame jidduu taphataa kubbaa miilaa beekamaan Muhammad Abu Xariiqa keessatti argama. Abdulfattaah Al Siisii bara 2013 prezdaant Mursii kan Kara dimokraatawaa taheen filatame fonqolchuun taayitaa eega qabatee booda, namoota kumaatamaan lakkaahaman shorokeessummaan yakkuun mana hidhaatti kan darbate tahuun ni beekama.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button