Categories: Awrooppaa Odeeyfannoo

Mannii Murtii Idil-Addunyaa Waraana Briteen irratti qorannoo yakkaa gaggeessuuf ta’uu beeksise

Advertisements

Dokumentarii dhaabbanni BBC qopheesse irratti, waraanni Briteen Iraaq fi Afgaanistaan keessatti yakka raawwachuu ragaan jiraachuun eega ibsamee booda, Manni Murtii Idil Addunyaa (ICC)’n dhimmicha qorachuuf qophaayaa jiraachuu beeksise.
Akka gabaasa kanaatti, Waraanni Briteen lammiile nagayaa biyyoota lamaanii irratti yakki gara garaa kan rawwataa ture yoo tahu, mootummaan Briteen yakki raawwatamuu eega hubatee booda akka ifa hin baane dhoksaa turuu mul’isa. Iddoowwan yakki kun itti raawwatame keessa tokko Iraaq buufata “Stefan” jedhamu kan waraanni Briteen bara 2003 keessa turetti tahuu ibsame.
Himannaa yakkaa kana hordofuun Ministeerri Raayyaa ittisa Briteen ibsa baaseen, waraana Briteeniin yakki raawwatamuu ragaan argame kan hin mirkanaahin tahuu ibse.

Recent Posts

  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Jilli Mootummaa Saa’uudii itti aanaa ministeera haajaa alaatiin durfamu Ityoophiyaa daaw’ataa jira

Jilli qondaaltota mootummaa Sa’uudii fi bakka bu’oota hawaasa daldala biyyattii miseensa 50 qabu kun, itti aanaa ministeera haajaa alaa Sa’uudii…

3 hours ago
  • Og-Barruu
  • Seenaa

Luqmaan Al Hakiim, Akkamitti Hakiima Ta’e?

Akkamitti Hakiima taate(hayyummaa arkatte)? Ja'ani Luqmaan al Hakiim gaafatan. "Dhugaan dubbadha! Amaanaan eega! Maalaaya'nii(waan bu'aa hin qabne) irraahin fagaadha." Ja'e.…

1 day ago
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Balaa Konkolaataa Godina Iluu Abbaa Boor keessatti muudateen lubbuun nama 11 dabru gabaafame

Balaan kun kaleessa galgala Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Algee Saachii keessatti kan muudate yoo tahu, konkolaataan Isuzu ummata fe’atee…

1 day ago
  • Awrooppaa
  • Odeeyfannoo

Komishiiniin Gamtaa Awrooppaa deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 70 Ityoophiyaa kennuuf walii galteen mallatteeffame

Prezdaantiin Komishiinii Gamtaa Awrooppaa Ursula Von der Leyen fi Daayirektarri tumsa idil addunyaa gamtichaa Ms. Jutta Urpilainen daaw’annaa hojiitiif har’a…

2 days ago
  • Afrikaa
  • Odeeyfannoo

Bulchaan Godina Naayiroobii Maayik Soonkoo malaamaltummaan shakkaamee hidhame

Daayirektarri Abbaa Alangaa Keeniyaa Nuuraddiin Hajjii Jum’aa har’aa ibsa kenneen, Bulchaa Godina Naayiroobii dabalatee qondaaltonni mootummaa 15 to’annaa jala akka…

3 days ago
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Paartileen Morkattootaa 10 waliin hojjachuuf Walii galtee mallatteessan

ABO dabalatee paartileen morkattootaa 10 guyyaa har’aa hoteela Ililliitti waliin hojjachuuf, walii galtee mallatteessuu gabaafame. Paartileen waliigaltee mallatteessan kunniin 1.…

3 days ago