Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Masjida Annasr Kan Magaalaa Adaamaatti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame

Sagantaa kana irratti Ustaazoonni fi hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu ta’e argamu odeeyfannoon ni addeessa.

Keeysummoota argaman jidduu Ustaaz Injinar Badruu Huseen fi dargaggoo Mubariik Adam kan jiran tahuus gabaafame.

Advertisements
Tags
Show More

...

Back to top button
Close
Close