header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Masjidaa fi Wirtuun Hifzii Qur’aanaa Salaam kan Magaalaa Finootee Salaamiitti ijaarame Eebbifame

Masjidaa fi Wirtuun Hifzii Qur’aana guddaan naannoo Amaaraa magaalaa Finootee Salaamiitti ijaarame, guyyaa har’aa bakka ulamaa’onni gurguddoo biyya keenya, Ustaazoonni fi keessummoonni kutaa biyyattii gara garaa irraa argamaniiti Eebbifame.

Keessummoota Sagantaa eebba kana irratti argaman jidduu, Itti aanaa mana marii Ulamaa Itoophiyaa Dr Jeeyilaan Haaj Khadiir, Prezdaantii Majlisa Magaalaa Finfinnee Sheikh Sulxaan Haaj Amaan, Sheikh Muhammad Hamiidiin, Sheikh Hamiid Muusaa fi Sheikh Sa’id Ahmad Musxaafaa fi keeysummoonni birootis argamu Odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button