Advertisements
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Masjidni Jamii’ul Khabiir kan magaalaa Arbaguuguu eebbifame

Godina Arsii magaalaa Arbaguuguutti kan ijaarame Masjidni Jamii’ul Khabiir guyyaa har’aa eebbifame. Sagantaa eebbaa tana irratti Pirizdaantiin mana Marii Dhimmoota Islaama Oromiyaa Sheekh Hajjii Ibrahim dabalatee, Ulamaan gurguddoon akkasuma hawaasni Muslimaa bal’aan arkamanii jiran.

Keessummoota saganticha irratti hirmaatan keessaa,Prezdaantii Gumii Islamaa Naannoo Oromiyaa Sheikh Hajjii Ibrahim, Prezdaantii Mana Marii Dhimmoota Islaama Waliigalaa Magaalaa Finfinnee Sheekh Sulxaan Haaj Aman, Sheekh Amiin Ibroo, Hayyuu seenaa Dr Abdallaah Khadiir, Bulchaa Aanaaa Obbo Abdulmaalik Gabii fi keysummoonni birootis jiraatuu odeyfannoon ni addeessa.

 

Advertisements
Tags
Show More

One Comment

...

Back to top button
Close
Close