header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Meejar Jeneraal Yilmaa Mardaasaa Ajajaa Ol’aanaa Humna Qilleensa Itoophiyaa  tahuun muudame

Ajajaa Ol’aanaa Humna Qilleensaa kan ture  Jeneraal Aadam Muhaammad Daarektara Muummee Tajaajila Nageenyaa fi Basaasa Biyyoolessaa (NISS) tahuun mudamuun isaa ni yaadatama. Kanuma hordofuun muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad, Jeneeraal Yilmaa Mardaasa Nyaaphaa Ajajaaa Ol’aanaa Humna Qilleensaa godhuun muude.

 

Haaluma wal fakkaatuun Jeneraal Birhaanuu Juullaa Galalchaa Itti aanaa ajajaa humnoota waraanaa fi hoogganaa damee Opireeshiinii waraana biyyoolessaa tahuun yoo muudamu,  Letenaal Jeneraal Mollaa Haylamaariyaam ammoo qindeessaa damee Loojistikii Rayyaa ittisaa tahuun muudame.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button