header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Miseensa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa Muslimaa kan ture Alii Makkii biyyatti deebi’e

Alii Makkii miseensa koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa yakka dharaa “shororkeessammaa” jedhuun  himataman jidduu tokko ture. Alii Makkii yeroo muraasa hidhamee ajaja mana murtiitiin eega gad lakkifameen booda,  Abbaan alangaa deebisee oliyyaannoo irratti dhiyeessuun bakka inni hin jirretti adabbiin hidhaa waggaa 14 irratti murteefamee ture.

 

Obboleessi Muslimaa Alii Makkii murtiin irratti darbee ture irraa kaafamuun eega mirkanaawee booda, guyyaa har’aa Afrikaa kibbaa irraa gara biyyaa kan gale yoo tahu, buufata xayyaara Booleetti simannaan ho’aan godhameefii jira.

 

One Comment

  1. ALHAMDULILAHI
    SUMA ALHAMDULILAHI

    DHUGAAN HIN QALATI MALE HIN CITUU!

    AMMSI RABBI ISIN BIRAA HAA JIRATUU IN SHAA ALLAH

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button