header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Miseensonni Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa namoota balaa Boombiitiin miidhamanii Hospitaala Xiqur Anbassaatti waldhaanamaa jiran  Ziyaaran

Hiriira guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee keessatti geggeefame irratti haleellaa Boombii dhaqqabeen namootni 150 ol tahan miidhaman hospitaalota magaalaa Finfinnee keessatti waldhaanamaa jiran. Miseensonni Koree fala barbaadduu hawaasa muslimaa qindeessitoota hiriiraa kanaa waliin gara Hospitaala Xiqur Anbasaatti imaluun namoota balaa kanaan miidhaman eega ziyaaranii booda, hawaasni namoota balaa kanaan miidhamanii fi maatiiwwan isaanii akka gargaaru waamicha godhanii jiru.

 

Odeeyfannoo walqabateen, haleellaa Boombii muummicha ministeeraa irratti xiyyeefate hordofuun qorannoon kan geggeefamaa jiru yoo tahu, Hoogganaan Komishiinii Poolisii Finfinnee Girmaa Kaasaa taayitaa irraa ari’amee jira.

Ziyaaraa Koree Falaa BHM.jpg 2

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button