header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Miseensota Waraana Bilisummaa Oromoo Xoollaay turan jidduu namni 270 dhukkubsatanii hospitaala kan galan tahuu gabaafame

Miseensoonni ABO mooraa leenjii xoollaay jiran kunniin ganama har’aa Ciree summaaye nyaatanii kan dhukkubsatan yoo tahu, yeroo ammaa gara hospitaala Wolisootti geeffamanii kan yaalamaa jiran tahuun beekamee jira. Waajjirri dhimmoota Kominikeeshiinii mootummaa Oromiyaa ibsa baaseen akka jedhutti, hanga ammaatti namni balaa kanaan du’e hin jiru. Dabalataanis poolisiin Sababaa balaa kanaa kan qorataa  jiru tahuu ibsame

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button