Odeeyfannoo Biyyaa

Mootummaa Naannoo Tigraay Hidhamtoota 1568 dhiifaman lakkisuuf

Bulchiinsi naannoo Tigiraayi sababa tatamsaa’a dhibee COVID-19 ittisuuf jedhuun, hidhamtoota 1568 kan adabiin hidhaa irratti muramee  fi dhukkuboota gara garaan qabamanii, dhibee Koroonaaf saaxilamuu malu jedhaman, ogeeyyii fayyaan eegaa adda baafaman booda hidhaa irraa lakkisuuf kan murteesse tahuu gabaafame.

Akkasumas hidhamtoota badii raawwataniif dhiifama gaafatanii fi kanneen jijjirama amalaa agarsiisan kan hidhaa baafamuuf jiran tahuu VOA’n qondaaltoota naannichaa wabeeffachuun gabaase.

Show More

One Comment

...

Back to top button