header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Odeeyfannoo

Mootummaan Sa’udii Lammiilee Hayyama Jireenyaa fi hojii seeraa alaa irratti bobba’an 264,245 to’annaa jala olchuu ibse

Duula yeroo ammaa humnoonni tika nageenya Sa’udii Lammiilee biyyoota adda addaa kan hayyaama jireenya hin qabnee  fi hojii seeraa alaa irratti booba’an  adamsuuf godhaa jiraaniin, namoonni 264,245 to’annaa jala kan oolaan tahuu gabaasni Ajansii odeeffannoo Sa’udii irraa argame ni mul’isa.

Namoota to’annaa jala oolan kana jidduu  namoonni 142,869 tahan dhimma Iqaamaan wal qabateen  , 87,487 tahan immoo seera hojjattoota cabsuu fi 33,889 karaa seeraan alaatiin daangaa cabsanii seenuun kan to’annaa jala oolaan tahuunis beekameera.

Lammiilee to’annaa jala oolaan kanannen keessaa 73% lammiilee Yamaan, 25% immoo lammiilee Itiyoopiyaa fi 2â„… lammiilee biyyoota biroo tahuu gabaasni arganne ni mul’isa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button