header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Muummichi Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahmad gara magaalaa Amboo imale

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawannaa hujii nannoolee keessatti jalqabe itti fufuun har’a magaalaa Amboo kan seene yoo tahu, prezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa dabalatee qondaaltonni mootummaa heddu waliin jiru.

Qondaaltonni mootummaa Federaalaa fi naannoo Ministeeraa dhimma alaa Itoophiyaa Dr Warqinaa Gabayyoo, Itti aanaa muummicha ministeeraa Obbo Dammaqaa Makonnin fi kanneen biroos guyyaa har’aa Ambo jiru. Ummatni magaalaa Amboo fi naannoo sanii kumaatamaan lakkaahamu Isteediyoomitti argamuun Muummicha Ministeera biyyattii simataniiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button