header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Sa’udii imale

Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif har’a galagala gara Sa’udii kan imale tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti Dr Abiy gara Sa’udii kan imale Affeerraa Malik Salmaan irraa godhameen tahuun beekamera.

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button