Muummichi Ministeeraa guyyaa boruu Kaabinee isaa Paarlaamaaf dhiheessuun ni raggaasisa jedhamee eegama

Manni Maree bakka bu’oota Ummata guyyaa boru kora idilee kan geggeessu yoo tahu, muummichi minnisteeraa Dr Abiy Ahmad walgahii kana irratti  argamuun kaabinee isaa haarawa kan raggaasisu tahuu FBC’n gabaase.

 

Akka gabaasa FBCtti Ministeera Qonnaa kan tahe Obbo Shifarraa Shugguxee fi Dubbii himaa minnisteera haajaa alaa tahuun kan hojjataa jiru Obbo  Mallas Alam ammoo minnisteera Dhimmoota Komunikeeshiinii mootummaa tahuun muudama jedhamee eegama.

 

Comments
Loading...