Categories: Odeeyfannoo Odeeyfannoo Biyyaa

Obboo Lammaa Magarsaa walitti makamuu Paartiilee ADWUI kan hin fudhanne tahuu beeksise

Obbo Lammaan gaafii fi deebisaa raadiyoo sagalee Ameerikaa VOA waliin godheen, Jalqabuma irraa yaada Ida’amuu jedhuu fi Paartiilee walitti mukuu kana diduu isaa beeksise. Obbo Lammaan ibsa kenneen “jalqabuma irraa yaada kana kan itti hin amanne tahuu Koree hojii raawwachiiftuu ODPtiif bal’inaan ibsee jira; walitti baquun Paartii kanaa sirrii miti, yoo sirrii tahees yeroon isaa ammaa miti jechuun yaada kiyya ibsachaa ture” jedhe.

Obbo Lammaan itti dabaluudhaanis sababa dideef yemmuu ibsu “sabni Oromoo nu amanee gaaffiilee gurguddaa nutti kenne; nuti hoggantoonni Oromootis isiniif deebisna jennee waadaa galle; gaafii sabaa dhaaba akka biyyaalessaatti hundeeffamaa jiru keessatti osoo hin taane, dhaabaa ODPtiin deebisuuf waadaa galle; kanaafuu waadaa ummanni Oromoo lakkaahee nutti kenne hin nyaadhu jedhee dide” jechuun ibse.

Leave a Comment

View Comments

Recent Posts

  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Namoota Itoophiyaatti COVID-19’n qabamuun isaanii mirkanaawe jidduu 661 magaalaa Finfinnee irraa tahuu ibsame

Naamoota Itoophiyaatti hanga guyyaa har’aatti COVID-19’n qabamuun isaanii mirkanaawe 968 keessaa, isaan 661 magaalaa Finfinnee…

16 hours ago
  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Lammiileen Itoophiyaa Kuweet irraa deebifamuuf iddoo tokkotti walitti qabaman “haala yaaddeessaa keessa jira” jadhan

Ji'a tokko dura Kuweet dabalatee biyyoonni galoo galaana Arabiyaa lammilee biyyoota gara garaa kanneen waraqaa…

18 hours ago
  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 968 gahe

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa Jum’aa har’aa baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 5,015 geggeesseen,…

21 hours ago
  • Afrikaa
  • Odeeyfannoo

Suudaan hidhattoonni Ityoophiyaa daangaa ce’uun loltoota isii irratti haleellaa raawwatuu beeksiste

Dhaabbanni Odeeyfannoo Suudaan akka gabaasetti, hidhattoonni Ityoophiyaa Khamiisa kaleessaa daangaa ce’uun loltoota mootummaa Suudaan irratti…

1 day ago
  • Odeeyfannoo
  • USA

Magaalaa Miniyaapolisiitti Ajjeechaan Poolisni nama adii, nama gurraacha irratti raawwate Mormii Cimaa kaase

Ameerikaa Kutaa Minesootaa magaalaa Miniyaapolisiitti, guyyaa lama dura Viidiyoon Poolisoonni nama adii, nama gurraacha lammii…

2 days ago
  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo
  • Odeeyfannoo Biyyaa

Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 100 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise

Ministeerri Fayyaa ibsa har’a baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24 darban keessatti namoota 4,950 irratti geggeeffameen,…

2 days ago