header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Paartiin Adda Dimokraatawaa Oromoo mootummaa Itoophiyaa waliin marii jalqabuu beeksise

Paartiin Adda Dimokraatawaa Oromo jedhamu kan Obbo Leencoo lataatiin durfamu mootummaa Itoophiyaa waliin haasawa kan jalqabe tahuu ibse. Dhaabbatichi ibsa guyyaa hardhaa baaseen, “Ebla11-12/2018 aangawoota ol’aanoo mootummaa waliin haasawa bu’a qabeessa geggeessine”jechuun hime.

Dhaabbatichi ibsa isaa kanaan, marii mootummaa Itoophiyaa waaliin jalqabe goolabuudhaaf, jilli hooggantoota Adda Dimokraatawaa Oromoo dhiheenyatti gara biyyaa kan imalu tahuu beeksise.

leencoo Lataa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button