header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Paartiin Dimokraatawaa Oromoo (PDO) fi dhaabni Adda Dimokaaraatawaa Oromoo (ADO) walitti makamuuf walii galtee mallatteessan

Itti gaafatamaan ijaarsa siyaasa baadiyyaa ODP Obbo Addisuu Araggaan akka ibsetti, “ummanni paartileen Oromoo akka walitti makaman haaluma gaafachaa tureen walitti makamnee hojjachuuf murteessineerra”jedhe.

 

Haaluma kanaan Itti aanaa dura taa’aa ODP Obbo Lammaa Magarsaa fi dura taa’aa ADO Obbo Leencoo Lataa, walii galtee walitti makamuu paartiilee lamaanii, har’a Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti mallatteessanii jiru.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button