Paartiin Mormituu Ginboot Sabaat gara Biyyaatti galaa jira

Eertiraa keessatti mandheefatee kan ture Paartiin Arbanyooch Ginboot Sabaat buufata waraana isaa kan Eertiraa keessatti argamu cufee karaa Humaraatiin gara biyyaatti galaa jiraatuu FBC’n gabaase.

Comments
Loading...