header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Paartileen Morkattootaa 10 waliin hojjachuuf Walii galtee mallatteessan

ABO dabalatee paartileen morkattootaa 10 guyyaa har’aa hoteela Ililliitti waliin hojjachuuf, walii galtee mallatteessuu gabaafame.

Paartileen waliigaltee mallatteessan kunniin
1. Adda Bilisummaa Oromoo
2. Paartii Bilisummaa Ummata Afaar
3. Adda Bilisummaa Biyyoolessaa Ogaadeen
4. Sochii Bilisummaa Ummata Sidaamaa
5. Sochii Bilisummaa Ummata Beenishaanguul
6. Sochii Bilisummaa Ummata Gaambeellaa
7. Paartii Demokraasummaa Qimaant
8. Mana Maree Biyyoolessaa Agaw
9. Paartii Demokraasummaa Mochaa fi
10. Paartii Magariisaa Kafaa yoo tahan, Paartileen kun dhihooti maqaa waloo kan baafatan tahuus odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button