Categories: Odeeyfannoo Odeeyfannoo Biyyaa

Poolisiin Oromiyaa lakkoofsi namoota ajjeefamanii 166 ol tahuu beeksise

Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raawwatame hordofuun mormii magaaloota godinaalee Oromiyaatti ka’en, yoo diqqaate namoonni 166 Oromiyaa fi magaalaa Finfinnee irraa ajjeefamuu koomishiinii poolisii Oromiyaa beeksise.

Itti aanaan hogganaa Koomishiinii poolisii Oromiyaa Koomishinar Girmaa Galaan ibsa miidiyaalee biyya keessaatiif g sabtii har’aa keennen  “naannichaatti ummata irraa namoonni 145, akkasumas qaamoolee nageenyaa irraa immoo namoonni 11, akkasumas namoonni 10 immoo magaalaa Finfinnee irraa ajjeefamanii jiru” jedhe.

Itti idaa’uunis namoonni 167 madaawuu fi namoonni 1,084 to’atamuu, Akkasumas yeroo ammaatti iddoowwaan jeequmsi turan tasgabbaa’uu ibse.

Leave a Comment

View Comments

Recent Posts

  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo

WHO’n Weerara Covid-19 yeroo dhihotti too’achuun kan hin danda’amne tahuu beeksise

Daayirektarri WHO Dr.Tedroos Adhanom ibsa wixata hardhaa kenneen, Weerarri Covid-19 biyyoota kanaan dura to’achuu labsan…

8 hours ago
  • Kaanaadaa
  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo
  • Saayinsiif Teknoolojii

Kanadaan Appilikeeshina Telefoona nama dhibee COVID-19’n faalame adda baasu hojjatte

Muummichi ministeera Kanadaa Justin Trudeau "Appilikeeshiniin bilbila ammayyaa ‘COVID Allert' jedhamu kun kalaqa haarawa dhibee…

1 day ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Emreets Wiirtuu Gabbisa Niwkilarii biyyoota Arabaatiif kan jalqabaa tahe ifatti hojii jalqabsiiste

Emreets Wiirtuu Gabbisa Niwkilarii “Barakaa” jechuun moggaafate kana, daangaa biyyattii gama Qaxar aanu irratti kan…

2 days ago
  • Afrikaa
  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo

Lakkoofsi Lammiilee Afrikaa Kibbaa Covid-19 qabamanii 500,000 dabruu gabaafame

Ministeerri Fayyaa Afrikaa Kibbaa ibsa baaseen, Sabtii kaleessaa qofa biyyattii keessatti vaayirasichi namoota 10,107 irratti…

2 days ago
  • Koroonaa
  • Odeeyfannoo

COVID_19 fi Sirna Hajjii bara 2020

Imalli Hajjii utubaa Islaamaa shanan jidduu tokko yoo ta’u, nama muslimaa humna ( qabeenya raawwachuuf…

3 days ago
  • Eeshiyaa
  • Odeeyfannoo

Lammiileen Sa’uudii 10,000 sirna Hajjii bara 1441 geggeessaa jiran

Muslimoonni miiliyoonataan lakkaahaman waggaa waggaan guutuu addunyaa irraa gara Magaalaa Kabjamtuu Makkaa imaluun, sirna Hajjii…

6 days ago