header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooUSA

Prezdaantiin Ameerikaa Uggura baqatonni akka Ameerikaa hin seene jechuun labse ture kan kase tahu ibse.

Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp yeroo duula filaannoo geggeessa ture irra jalqabe imammata haarawa adda addaa bafatee socho’aa ture. Imammata isaa kana keessaa immoo tokko baqatonni biyyoota muslimaa irra akka Ameerikaa hin seene jechuun ji’a 4f kan uggure ture yoo tahu, lammiilee biyyoota 11 alatti baqatoota biyyoota birootiif galmeen akka jalqabamu kan labse tahuu beekameera.


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button