header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannoo

Raashiyaan Dipiloomaatota Briteen 23 biyya isiitii ari’uuf kan murteessite tahuu beeksifte

Briteen haleellaa Summii basaasticha lammii Raashiyaa tahe irratti raawwatameen walqabatee, Arba’aa dabre dipiloomaatota Raashiyaa 23 biyya isiitii baasuuf akka tahe beeksifte. Kanuma hordofuun guyyaa har’aa mootummaan Raashiyaatis gocha kana haaloo bayuuf dipiloomaatonni Briteen 23 torbaan tokko keessatti biyyattii lakkisanii akka bahan ajaje.
Raashiyaan dabalataanis dhaabbata British Council kan magaalaa Moskow keessatti argamuu fi Qoonsilaa Briteen kan magaalaa St. Petersburg kan cufuu maltu tahuu akeekkachiifte.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa   Telegram Channel     Blog

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button