header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AwrooppaaKoroonaa

Raashiyaan talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayiddarra olchuu jalqabuu isii ifoomsite

Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadimeer Puutiin addunyaarratti talaallii vaayrasii koroonaa kan jalqabaa faayidaarra akka oolu murteesse.

Akka gabaasni CNN jedhutti talaalli kana inistitiyuutii Moskotti argamu Gamaleya Institute jedhamutu hojjete.
Akka Viladmir Puutin jedhetti talaaliin kun yaalii hunda keessa darbuu beksise


Intalti isaatis talaalli jalqaba kana fudhachuu hime, erga talaalli kana fudhatte o’ii qamaa isii haga tokko dabalee ture. Gafa jalqabaa fudhattu hangii o’i qama isii 38 ture. gafa lammataa 37 ta’e. Ammaa ho’i qama isii kan sirriitti deebi’e jedhe.
Maddi CNN

3 Comments

  1. Alhamdulilaah yadni isinii ummataa kenyaf ibsaa jirtaan bayee garidhaa ottuu Radinis jalqabee irraa garii tahee jedheen yaddaa Rabbiii walumaan nuhaa milkeessuu inshaah

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button