header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Gaachana IslaamaaOg-BarruuRNH

RNH 343, May 31, 2018, Gaachana Islaamaa

Sagantaa Gaachana Islaamaa

Sagantaa Raadiyoo NuuralHudaa 343ffaa Dhageeyfadhaa.
Qophiileen Sagantaa Kana Keeysatti isinii dhiheeysinu,

  • Gabaasa Odeeyfannoo
  • Jaarmaya  Bultii Islaamaa
  • Gaachana Islaamaa
  • Barnoota Aqiidaa Qulqulluu

 

Gabaasa Odeeyfannoo

Qophii: Abbaas Ibnal Islaam

  • Aanaa Nansaboo keessatti balaa sigiga lafaatiin lubbuun namoota 22 dabruu,
  • Hoogganaa paartii Ginboot 7 obbo Andargaachawu Tsiggee dabalatee namoonni 500 ol hidhaa irraa lakkifamuu,
  • Dargaggoonni Magaalaa Awwadaay irraa qabamanii mana hidhaa Dirree Dhawaatti hidhaman ammas mana murtii deddeebifamaa jiraachuu,
  • Balaa Konkolaataa Godina Booranaa aanaa Dirreetti muudateen lubbuun namoota 4 galaafatamuu,
  • Paarlaamaan Denmark seera Niqaaba uffachuu dhoorku raggaasisuu.

Bal’ina Odeeyfannoo Sagantaa guutuu irraa dhageeyfadhaa.

 

Jaarmaya Bultii Islaamaa

Qophii: Sheikh Muhammad Waadoo

Waan Jaartii tee wajjii hojjattu namarraa dhoysi. ilmaan tee duratti waan daangaa dabre hin godhin.

 

Gaachana Islaamaa

Islaamummaan Furmaata Namummaatii?
Gama Afaan Oromoo kan hiike : Abu Ibtisaam
Sagalee kan dubbise: Muhammad Siraajii fii Gaazexeessitoota biroo

Barumsa bareedaa Hayyuu Islaamaa Dr Zaakir Naayikiin dhihaatu. kutaa 8ffaa

 

Barnoota Aqiidaa Qulqulluu

Qophii: Ustaaz Huseen Soraa Booranaa

  • Abdallaah Al-Hararii Akkamitti firqaa Ahbaash Hundeesse?
  • Kaayyoon firqaa Ahbaash maali?
  • Firqaan Ahbaash Yeroo duraatiif biyya kamitti hundeeffamte?
  • Akkamitti hordoftoota argachuu dandahe?

 

Sagantaa Guutuu dhageeyfadhaa waliifis dabarsaa

 

Sagalee Qulqullina Qabu HD Download  Download Liink Xiqqaa Mobile Biyyaatiif Youtube

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button