header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Saamiyaa Suluhu Hasan Prezdaantii Taanzaaniyaa tahuun muudamte

Saamiyaa Hasan Itti aantuu Prezdaant Joon Magufuulii kan turte yoo taatu, du’a Prezdaantichaa kaleessa labsame hordofuun, Saamiyaa Hasan sirna muudamaa Jum’aa har’aa magaalaa guddittii biyyattii Daarussalaam keessatti geggeeffameen, Prezdaantii Taanzaaniyaa 6ffaa tahuun muudamte.

Saamiyaa Hasan itti aanaa Prezdaantii dabalatee kaabinee isii haarayatti kan filattu tahuus gabaafame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button