header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Bulchaanaatti geggeeffame

Godina Arsii aanaa Digaluu fi Xiijoo magaalaa Bulchaanaa ganda Lolee Aboosaraatti sagantaan Da’awaa guddaan guyyaa hardhaa geggeeffame. Kaayyoon sagantaa kanaa masjiida gandicha keessatti ijaaramaa jiru xumursiisuuf galii walitti qabuuf tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Sagantaa kana irratti ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaatii fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan irratti argamanii jiru.

 

Keessummoota argaman jidduu Doktor Jeeylaan Khadiir, Sheikh Abdulmannaan, Sheikh Abdurrahman fi du’aatonni heddu keessatti argamu.  Akkasumas hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu ta’e argamuun saganticha irraa kan qooda fudhate tahuu odeeyfannoo arganne ni mul’isa.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button