header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Da’awaa Yuunivarsitii Walqixxeetti geggeeffame

Naannoo Kibbaa magaalaa Walqixxeetti barattoota Yuunivarsitii Walqixxeetiif sagantaan muhaadaraa kan geggeeffame yoo tahu, mata dureewwan Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa, Seenaa Qaroomina Islaamaa fi Saayintistoota Islaamaa jedhan irratti da’iiwwaniin barumsi kan kenname tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Akkasumas barattoonni Islaamaa mooraa keessatti gareen walqooduu fi waldhabbii adda addaa irraa fagaatanii akka wal jajjabeessan gorsi kan isaanii kenname tahuun beekameera.

Sagantaa muhaadaraa kana Ustaaz Xaalibuu Ridallaah Shashamannee irraa, Ustaaz Ibsaa Hasan Roobee baalee irraa    irraa gara Walqixxeetti imaluun kan kennan tahuu gabaafame.

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button