header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Goobbaatti geggeeffame

Sagantaan eebba kun hawaasa Muslimaa magaalaa Goobbaatiin kan qophaa’e yoo tahu, Keessummoonni sagantaa kana irratti affeeraman, akkasumas hawaasni muslimaa magaalaa Goobbaa fi naannawa sanii argamuu odeeyfannoon ni addeessa.

 

Keessummoota Sagantaa eebbaa kana irratti argaman  jidduu:

 

1.Sheik Ibsaa Hasan ““ Godina Baalee irraa

2.Sheik Abdallaah Idiriis-Adaamaa irraa

3.Sheik Mas’uud Nuuraa – Adaama irraa

4.Sheik Sulxaan Aadam

5.Sheik Abdulhakiim Wattee

6.Ustaaz Shu’eeyb H/Muhammad

7.Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaaliburidallaah) Daayirektara ol aanaa Miidiyaa Nuuralhudaa-Shaashamannee irraa yoo tahan, dabalataanis keessummoonni biroo hedduun argamuu beekameera.

goobba eebba2

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button