header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo BiyyaaRNH

Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Shaahshamanneetti haala ho’aa taheen geggeeffamaa jira

Sagantaan eebba kun hawaasa Muslimaa magaalaa Shaashamanneetiin kan qophaa’e yoo tahu, Keessummoonni sagantaa kana irratti affeeraman, akkasumas hawaasni muslimaa magaalaa Shaashamannee fi naannawa sanii lakkofsaan heddu tahe saganticha irratti  hirmaataa jira.

Keessummoota Sagantaa eebbaa kana irratti argaman  jidduu:

1.Sheik Abdurrahiim Dooyyoo-miseensa jila ulamaa’ota biyya alaa irraa dhufanii

2.Sheik Abdallaah Idiriis-Adaamaa irraa

3.Sheik Mas’uud Nuuraa – Adaama irraa

4.Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaaliburidallaah) Daayirektara ol aanaa Miidiyaa Nuuralhudaa-Shaashamannee irraa

5.Sheikh Sa’uud Muhammad

6.Munshid Abdoosh Aliyyii

7.Munshid Jamal Mangistuu

8.Munshid Mikaa’il Huseen

9.Munshid Awwii Khadiir

10.Ustaaz Ibsaa Hasan fi keessummoonni biroo heddu kan jiran tahuun beekameera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button