IbaadaaOg-BarruuSalaata

Salaatni Madda Gammachuutti

​​Hoggaa yaaddoofi muddamni itti dhufe ergamaan Rabbiiﷺ Salaatatti ariifata. Salaata hedduu jaalata. Jaalala Salaataaf qaburraa kan ka’e “yaa Bilaal, (Salaataan) nu boqachiisi” jechaa ture. Bilaal Mu’azzina gara Salaataatti nama afeeru ture. Hoggaa inni yaamicha Salaataa godhe ergamaan Rabbii itti gammada. Inuu ergamaan Rabbii “dasiin ija tiyyaa(wannin itti qanani’u), Salaata keessa naaf jirti” jechaa turuu himan.

Salaatni madda gammachuu teenyaa haa tahu.

‏كَانَ ﷺ إِذَا حَزَبَهُ أَمْرٌ فَزِعَ إِلَى الصَّلاةِ، وَمن حُبِّهِ ﷺ وَتَعَلُّقِهِ بِهَا كَانَ يَقُولُ لِبِلاَلٍ: «أَرِحْنَا بها يَا بِلاَلُ».. وسمعه النَّاسُ مرَارًا وهُو يَقُولُ: «وَجُعِلَتْ قُرَّةُ عَيْنِي في الصَّلاةِ».

Show More

...

Back to top button